Avokaadoo Nyaachuun Fayyaa Keenyaaf Faayidaa Akkamii Qaba?


Avokaadoon kuduraa waliigala fayyaa namaatiif gaarii ta’uu isaa irraa kan ka’e kuduraa fayyaaf gaarii jedhamuun waamama.Faayidaa avokaadoon qabu keessaa muraasa isaanii akka armaan gadiitti haa ilaallu. 1. Fayyaa onnee, 2. Fayyaa ijaatiif. 3. Fayyummaa lafee keenyaaf. 4. Kaansarii ittisuu, fayyummaa gogaa fi rifeensa keenyaaf barbaachisan of keessaa qaba. Kanaafuu Avokaadoo nyaachuu haa amaleeffannu galatooma.

Leave a comment